Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa isaa ni gaggeessa

79

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI har’a walga’ii ariifachiisaa 3ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessa.

Walga’iin kun sa’aa muraasan booda galma walga’ii waajjira Muummee Ministiraatti ni eegalama.
1.Qaboo yaa’ii walga'ii ariifachiisaa 2ffaa bara hojii 5ffaa qoratee ni raggaasisa

2.Gabaasa weerara vaayrasii koroonaa Ministeerri Fayyaa dhiyeessu irratti mari’achuun duub deebii fi tarkaaffii gara fuuldurarratti murtee ni darbarsa jedhame

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015