"Sabbataa Haadhaa fi Gibira Biyyaarraa Saamuun Qaanii isa Dhumaati."- Ministira Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

93

Finfinnee, Fulbaana 08,2013(TOI) - Warri amanamummaadhaan gibira isaanirraa eegamu kanfalan gootota biyyati jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Haa ta'u malee, warri kanfaltoota gibiraa amanamoo jedhamanii badhaafaman 200 qofaa utuu hinta'iin, kumaatamatti kan lakkaa'aman ta'uutu irra tures jedhan ergaa fuula feesbuukii isaanirratti dabarsaniin.

Sabbata haadhaafi gibira biyyaarraa saamuun qaanii isa dhumaatis jedhan.

Kanfaltoonni gibiraa akkuma gibira kaffalan hattummaarrattis akka qabsaayan waamicha dhiyeessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015