Reeggettin Sundaan Kibbaa naga leellisuun beekamtu badhasaa nageenya Injjifatte

83

Finfinnee,Fulbaana 6,2013(TOI)-Reegeettiin beekamtuu Sudaan kibbaa Riitta Loopidiyaa dhadhaasa ijaarsa misooma nageenyaa dubartootaaf qopha'uu hinjifatte. Badhaasichas kan badhaasu dhaabbata mootummoota gamtoomanitti Insitituuyitii nageenyaati.


Lopidiyaan badhaasicha kan fudhateef nyageenyi biyya ishee keessa akka jiraatuuf gahee baateef jechuun Raadiyoon Tamazuujii jedhamu gabaseera.

Badhaasichaf filannoon kan geggeffame kara veerchuwalii ture. Badhasa kanaaf marsaa xummuraa namaoota 10tu gahe. Isaan keessas isheen tokkoffaa bahuun badhasicha injifatte jedhamera.

‹Badhaasichi hojii Sudaan kibbatti Lopidiyaan sodaa tokko malee dhimmaa nageenyaaf hojjetteef kennameerafi jedhanii dhaabbata mootumoota gamtoomanitti pireezidantiin eegataa Joo lataayil


Lopidiyaan ijarsaa dandeetti dubartoota irratti hojjetti. Badhaasa ammaa injifattee kanasi akka lakkoofsa warra Awuroophatti bara dhufu sirna qopha'uu irratti doolaraa kuma 10 fudhatti jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015