Ministirri muummee Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin mari’atan
53
Finfinnee, Qaammee 4/2012 (TOI) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa bakka bu’an waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa xumura waltajjii waggaa ambaasaaddarootarratti argamuu isaanii Fuul Feesbuukii isaaniin beeksisaniiru.
Dooktar Abiy,Ityoophiyaan biyyoota biroo waliin walittidhufeenya dippiloomaasii cimaa akka qabaattu gochuun ga’ee ambaasaaddarootaa fi qonsiloota ta’uu eeraniiru.
Imaammata biyya alaa ilaalchisee kallattiiwwan boqonna itti aanu irratti marii'achuu isaanii ibsaniiru.