Dubartiin Gaanaa Ganna 26 badhaasa kalaqa Injinariingii Afrikaa injifatte

75

Finfinnee Hagayya 29/2012(TOI)- Dubartiin Gaanaa kun Charlette N Guessan jedhamtu hojii kalaqa teknolojiin dorgommii badhaasa Akkaamii Injinariingii Afrikaa bara kanaa moohatte.

Dubartii jalqabaa afrikaa fi Gaanaa  badhasa kana moohattes jedhamte.

Academy of Engineering

Kalqni dubatiin Gaanaa kun ittiin moohatte teknoolojii Bace API jedhamu kan fuula namaa  fageenya irraa aadda baasu hojjette.

kalaqni kun suuraa ykn vidiyoo namaa fudhachuun  suuraan sun kan eenyuu ta’uu adda baasa jedhame.

Ms N’Guessan doolaaraa ameerikaa kuma 33 badhafamte.. maddi BBC dha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015