Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa Ameerikaa meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf olan Ityoophiyaaf kenne

165

Finfinnee, Hagayya 28/ 2012 (TOI)- Dhaabbanni gargaarsa idil addunyaa (USID) meeshaalee qorannoo vaayrasii koroonaaf oluu Ityoophiyaaf kenne.

Deeggarsichi dandeetti Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu akka gargaruu dhabbatichi fulaa Twiitara isaarratti beeksiseera.

Deeggarsi meeshaaleen qorannoo fi laabiraatoorii Finfinnee dabalatee naannoolee weerarichi itti hammateetti ni faayyada jedhameera.