Balaa ibiddaa guyyaa kaleessaa magaalaa finfinneetti uumameen miidhaa gaheef gaddine jedha bulchiinsi magaala Finfinnee

73

Finfinnee Hagayya  28/2012(TOI)-  Magaalaa finfinnee  Naannoo CMCtti balaa abiddaa mudateen miidhaa gaheef hedduu gaddeera jedhan kantiibaa itti aantuu magaalaa finfinnee Aaadde Aadaanech Abeebee.

 Balaan dhaqqabee haala akkamiin akka ta’e qulqullaa’aa jira.

 Jiraattonni naannoo kanaa mootummaa waliin ta’uun abiddicha dhaamsuufi miidha gahuuf malu hambisuuf tumsi godhame kan galateeffachiisuufi ammas waaliin ta’un akka itti fufuuf aadaan wal gargaarsaa keenya kan cimee itti fufu ta’uuf argisiistuudha.

Warra miidhaan irra gahes dhaabuudhaaf, bulchiinsi magaalichaa hawaasa naannoo waliin ta’uun tumsi barbaachisu ni godhas jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015